Qabeenyalee

Qabeenyalee afaan keessaniin jiru hunda fuula kana irraa argachuu dandeessu.

Kunis barruulee, poostaroota, xalayaale, odeeffannoole hawaasaa, gaaffilee yeroo baayyee gaafataman fi beeksisa hojiile Ijaarsa dabalata.

Qabeenyawwan kun mata duree yookaan naannoo magaalaatiin qindaa'anii.